Namni

Anaa Abdi

namni hinqorrine qorra namni hinbulluqne bullaa hinbeeku. gammoojjii hallo mudataan hin jiree kessaatti wanti nama barbachisuu tokko jira; ininis ogummaadha. uttuu hindhihiin bari'eefi dhihee bari'uu didee hinbeeku. yeroo bari'uu qabutti Bari'a.

Strona podcastu

Słuchaj w swojej aplikacji

Odcinki

Nie ma jeszcze odcinków.